Jump menu contains no items!

Oromo

Attention Skyline Residents: Important Health Information

YAADACHIISA:  Wal'aanamtoota karaa sagantaa SHARE carraa qorannoo dhiigaa fi shukkaaraa argattaniif.

Muddee ykn December 2010 irraa eegalee haga Caamsaa ykn April 2014 itti, dhiiga keessan Sagantaa SHARE yuuniversiitii Minnesota gamoo skyline itti yoo qorchiiftanii jiraattan, vaayires Nama faalu kana qorachiisuun hedduu barbaachisaa dha. Yoo ka Sagantaa kana keessatti hin hirmaanne tahe waan Kun isin Hin ilaallatu.